Jeremiah 15:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Ato Musafi Samuelileeni arma ejaanjani na kad'atinile, anini worra kanaa inahu. Gumi tana fuula kiyya duraa fageesi, ha yaatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi akkana naan jedhe, «Yoma Muuseenii fi Saamu'eel na afoo dhaabatanii waan banii kanaatiif na worwaatan ani banii kanaa hin araaramu; kanaafuu akka isaan na irraa fagaatan godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootii Waan Maraa anaan, «Muuse'ee fi Saamu'el yoo na dura dhaabbatanelle, ani kolbaa tanaaf hin mararu. Fuula kiyya duraa isaan ari'i! Deemanuu ti.