Jeremiah 15:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, abaarsi worri na abaaru ha na qabatu, yo anini aka dansaa sii inhojatiini, ammalle yo anini nyaapa kiyya, ka gaargalafi d'ipu keesa jiru, jed'e si inkad'atiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi akkana jedhe, «Ani dhugamaan kaayoo gudda'aaf si oolcha; hennaa rakko'ootii fi hennaa muddamsu'uu akka diintonni tee si shelatan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani dhugumaan kaayoo dansa'aaf si baase; yennaa badi'ii fi rakkinna keetii diinoti keeti akka si kadhatanu hin godha.