Jeremiah 15:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Nami dandae sibiila guraacha, keesuma sibiila guraacha mirgaa d'ufu, ka sibiila diima wolti darani inch'absa?)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Yihuuda'aa! isin akkuma sibiila sibiila diima'aan wolitti makame cabsuu hin dandeenne akkasuma balaa diinni gara kaabaatii isinitti miixuun uf irraa dhoogguu hin dandeettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sibiila yookiin sibiila sageettu'uu ka biyya kaabaatii dhufu cassuu hin dande'aa ree?