Jeremiah 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Anini nyaapa horifi waan worri kiyya qabu ch'ufa boojiu worrati erga, aka maro ch'ubbu worri lafa tana keesati tolcheefi gaargalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Sababaa isin biyyattii keessatti cubbuu hojjattaniif qabeennaa fi horii isin qabdan maraa gatii tokko malee dabarsee diinaa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sababa cubbuu teessanii maraaf karraa fi qabeenna keessan gatii malee worra saamutti dabarsee hin kenna.