Jeremiah 15:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa worri waan isii imbeenneti geese harka nyaapa worrati kenna, wonti akanatiifi dallansuuni tiyya ibida fakaati, haga jiru jireenna wo gubdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli kiyya akka ibidda hin dhaamneeti; kanaafuu isin biyya ormaa keessatti akka garboota diintota keessanii taatan godha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aariin tiyya ibidda isin gubu isinitti waan qassiittuuf, lafa hin beenne keessatti diinota keessaniif garba akka teetanu isin hin godha» jedhe.