Jeremiah 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini naani dubbannaani anini dubbi tante ch'ufa ch'aqase fud'ad'e. Ee AABBO Waaqa gudda, anini keetuma, tanaafi garaani kiyya dubbi tante maache iraa gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa banii maraa! Ani maqaa keetiin si waameera; hennaa dubbiin kee gara kiyya dhufe maraa fudhadhee garaan kiyya guddisee gammadeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa Waan Mara Dandeettu, ani maqaa keetiin waan waamameef, jechi keeti yennaa gara kiyya dhufe, ani nyaadhee, gammadee burraaqe.