Jeremiah 15:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini takaa qoomni tiyya fulla namaati balleese, kobla gula bahe waan hamtu intolchine. Jecha kanke gula anini guddo dallane koba hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gammada'aa worra akka fedhan ta'an woliin goshoo hin taane; isaan woliinillee hin gammanne; waan lolli kee na irra jiruuf hojjuma kiyya taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra caaqu woliin tee'ee, isaan woliin hin laallifanne. Harka keeti jala waan jiruuf, ati aari'iin waan na guutteef, qofii tiyya tee'e.