Jeremiah 15:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti na d'ukubsa kunini maafi na illakimne? Nami tokoleeni maafi mada tiyya infayyimne? Madaani tiyya maafi fayyu diddi? Atini madda bonani goddu, ta nama sobdu nati tahu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti dhukkubbiin kiyya hin fayyinee fi madaan kiyyallee wolitti deebi'ee hin fayyineef maali'i? akka yaa'a bisaanii ka hennaa bonaa goguutitti abdii na kutachiiftaa?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhibeen tiyya maaf natti jabaatte? Madaan tiyya maaf kulkultee fayyuu didde? Ati akka burqaa bisaanii ka nama sobuu, akka madda goguu maaf natti teeta ree?» jedhe.