Jeremiah 15:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi suni gula AABBO Waaqi waan jed'e, Yo atini iraa deebite, anini si fuud'e deebise hojatu tiyya si tolcha. Yo atini dubbi woma keesa injirre lakifte dubbi d'uga dubbate, deebiteti raaga naa taata. Biyyiti siti deebiti, wonti atini worra barbaadufi injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi akkana jedhee naa deebise, «Yoo deebite si deebisa; tajaajilaa kiyya taata; waan kabajjamaa waan salphataa irraa yoo gara gara baafatte, akka jecha afaan kiyyaa taata; bani'itu gara kee deebi'a malee ati gara isaanii hin deebitu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, «Ati cubbuu irraa yoo deebite, ani adde'etti si hin deebisa; atille na hin tajaajilta. Ati dubbii woy hin baane lakkittee, dubbii woy baatu yoo dubbatte, ati ammalle raagaa kiyya hin teeta; kolbaan gara keeti deebituutii malee ati gara isaanii hin deebitu.