Jeremiah 15:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra kana durati aka naabo sibiila diimani jabeesani jaarani si tolcha. Worri si had'a, ammo si indabsatu. Anini wahela si tahe si qorqorad'e si baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaan mooyachuu dandeettu akka dallawa sibiila diima'aan ijaarameetitti si jabeessa; ani si oolchu'uu fi si fayyisu'uuf waan si woliin jiruuf yoo siin lolanillee si hin mooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tanaaf akka dalleya sibiila sageettu'uutiin ijaaramee si tolcha. Isaan si loliisaaf si irratti hin ka'an; ammoo ani si fayyisiisaa fi si baasiisaaf si woliin waan jiruuf, isaan si hin injifatanu.