Jeremiah 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'u, Anini waan afuri ka worra balleesa worrati erga: Woraana nama hobaasufi sare reefa hirkiftufi allaati goblola nyaatufi bineensa ala ka waan hafe hobaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi wonti hamaan afurii akka isaan irra gawu murteesseera; kanaafuu, isaan lolaan du'an; reeffa isaanii sariintu harkisa; foon isaanii allaatti'itu nyaata; ka hafe garuu busaaya'atu qorga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani waan isaan balleessu afur shallaagaan akka isaan ijjeesu, sareen reeffa isaanii akka harkittu, allaatti'ii fi bineensoti nyaatanee akka isaan balleessanu isaanitti hin erga.