Jeremiah 15:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tana waan nama lafa ch'ufaa rifachiisa tolcha, maro waan duri Manaseeni, ilmi Hezekia, gaafa inni hayyu Yuda, Yerusalemu keesati tolcheetifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa Minaasee ilmi Hisqiyaasii bara biyya Yihuuda'aa irratti mooye Yerusaalemiin irratti hojjateetiif sababaa miidhaa isaan irra gayuutiif baniin adunyaa kanaa akka guddisee hucuucamu godha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Yihuda'aa ilmi Hisqiyaasii minaaseen, Yerusaalem keessatti yakkaa waan hujeef, mootummoota biyya lafaa maratti waan hantuu nami dhaggee bararaqu isaan hin godha.