Jeremiah 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira lafa tana ch'ufa keesa anini aka ch'idi qilleensati hafarsani isani hafarse, gumi tiyya, anini isani balleese, ilmaani teesanile hobaase waan isani hameenna keesani lakisu diddanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma qilleensi buraa bittinneessu ani qachoota biyyattii keessa jiran keessa isin bittinneessa; isin baniin kiyya waan hamaa irraa waan deebi'uu diddaniif isin balleesse; akka ijoollee teessanillee ajjeesan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya karaa ifii irraa deebi'uu waan diddeef, akka nama horooro'oon midhaan qulleessuu, karra qachoota lafa sanii duratti ani isaan hin bittinneessa. Ijoollee isaanii fixee, kolbaa tiyyalle hin balleessa.