Jeremiah 15:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa teesani keesa nad'eeni hiyyeeyini maansa baariini ira jirti. Anini nama keesani, ato worri kaimaatu, hobaase, haawani worraa gaargalcha. Anini tassa gaargalafi mudamsu worraatini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartiin abbaa worraa ajjeefatan ta biyyattii teessan keessa jiran baay'inni isaanii xidhacha qarqara galaanaa caaleera; guyyaa goga'aan akka haawwonni qacaleen du'an godha; isaan irratti yoma san rakko'oo fi hucuucama guddaa fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haadhotii hiyyeessaa ta isaanii, maansa abbaaya'aa caalaa akka bacatanu hin godha. Haadhotii dargaggootaatitti, guyyaa saafowaan ka balleessu itti hin fida. Farraa fi bararaqa dedhuma isaanitti hin fida.