Jeremiah 15:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini ilmaani torba d'abde gagabde hafuura baafachu dad'abde. Guyyaani ya iti dukanae, isii ya tufatani ch'eersani, anini nama keesani ka hafele harka nyaapa keesaniti kenna. Nami dubbi tana jed'e ana AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati ijoollee torban ufii dhabde, guddiftee abdii kutattee hafuurri isi'ii adda cite; guyyaan itti dukkanaayeera; saallinii fi salphinni isii irra gayeera; ta lubbu'uun jirtullee akka diintonni teessan isii ajjeesan godha; ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati ilmaan torbaa gaggaddee hin harganti; ifi guyya'aa isi'itti dukkana; isiin fokkifattee hin salphatti; worra jiru'uun hafe shallaagaa diinota isaaniititti, dabarsee hin kenna» jedhe.