Jeremiah 16:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini dubbi tana worra kanati himte, worrileeni AABBO Waaqi maafi badi akana tana nutiini d'ufe? Yokhaani nu maal yakini. Yokhaani ch'ubbuuni nu AABBO Waaqa keennati tolchine tami? Jed'e si gaafate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa ati waan kana maraa isaanitti himtu ‹nu maal balleessinaan Rabbi adabbii guddaa hagana gawu nutti murteesse? maal balleessine? cubbuun nu Rabbii Waaqa keenna afo'otti hojjanne maali'i?› jedhanii si gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan kana mara kolbaa tanaaf yennaa hintu, isaan, ‹Mootiin Waan Maraa badii guddoo tana maaf nutti dubbata? Yakkaan teenna maan? Mootii Waan Maraa Waaqa keenna irratti cubbuun nuuti hunye maan?› jedhanee yoo si gaafatane,