Jeremiah 16:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini waan jettuuni, AABBO Waaqi waan jed'u, waan abbootini teesani na lakifte waaqa d'ibi gula yaate hojateefi, ammalle na lakifte seera kiyya ch'absitefi. Isani akasi taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi akkana isiniin jedha isaaniin jedhi, ‹Abboonni teessan ta durii na irraa fooyamanii waaqolee tolfamaa sobaa waaqeffata'aa tajaajilan; ana hin dhiisan; seera kiyyallee hin raawwanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa: Abbootiin teessan ta durii na lakkittee, waaqota dharaa ka dhibii hordottee, tajaajiltee waan waaqonfatteef tun teete; isaan na lakkisane; seera kiyyalle hin eegane.