Jeremiah 16:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma lafa tana keesaa irreeni isani baase, lafa isanifi abbootini teesani imbeenneti isani galcha. Duuba achiti halkanifi guyya waaqa d'ibi hojatani, aninileeni diqole isanii innahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu biyya tanaa isin baasee gara biyya isinii fi abboonni teessan ta durii hin beennetti isin gata; achitti halkanii fi guyyaa waaqolee tolfamaa sobaa waaqeffattan; ani sirima isinii hin araaramu.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani lafa tana keessaa isin baasee, lafa isinii fi abbootiin teessan ta durii hin beenne keessatti isin hin gata; ani waan isiniif hin marareef, isin achitti waaqota dharaa ka dhibii halkanii fi guyyaa hin tajaajiltan jedha› jedhiin» jedhe.