Jeremiah 16:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka nami deebie, Nu maqa AABBO Waaqa ka lafa Misiri keesa gumi Israeli baaseni kakhanna injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «‹Barri isaan Rabbii jiraataa banii Israa'elii biyya Misiriitii baase› jedhanii hin kakanne hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, «Guyyaan namooti, ‹Dhugaa Waaqaa jiraataa, Israa'el biyya Gibxi'ii keessaa baasee› jedhanee hin kakanne hin dhufa;