Jeremiah 16:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla suni worri waan jed'u, Nu maqa AABBO Waaqa ka worra Israeli lafa mirgatifi lafa inni iti firfirse ch'ufa keesaa galcheeni kakhanna jed'u. Anini lafa duri ababoota worraati kenneti worra deebisa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka san ‹Rabbii jiraataa banii Israa'elii biyya kaabaatii fi biyya biraa ka hulee isaan itti facaase maraa isaan deebise› jedha'aa kakatan; gara biyya isaaniitii fi gara biyya abboota isaanii ta duriitii kennee isaan deebisa; ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo ani gara lafa abbootii isaanii ta duriitiif kenneetitti waan isaan deebisuuf, ‹Dhugaa Waaqa jiraataa Israa'eloota lafa kaabaa keessaa fi biyya isaan itti bittinneesse mara keessaa baasee fidee› jedhanee hin kakatan» jedhe.