Jeremiah 16:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dandae waaqa ufi imid'aafata? Ee, ato mid'aafatele wonti sunini waaqa intaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan namni Waaqa ufiif hojjachuu hin danda'aa? ee, garuu Waaqa dhuga'aatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Nami ifiif waaqa dharaa hujatuu dande'aa? Eeti'i! Ammoo Waaqa dhuga'aatii moti.