Jeremiah 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami diqaafi guddaani lafuma tana keesati hobaa, ammo nami worra awaalu yokhaani ka worraa bohu injiru. Nami worraa jed'e ufi mure yokhaani mata haadatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureeyyiinii fi hiyyeeyyiin biyya tana keessa jiran maruu hin dhuman; worra booya'aa isaan awwaalu hin argatan; isaanii gaddee ka fuula ufii taraaruu fi ka mataa ufii haadatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa tanatti worri gugurda'aa fi didiqqaan hin du'an; nami isaan awwaalu yookiin isaaniif bowu hin jiraatu; nami isaaniif ifi amaaxu yookiin mataa ifii haadatulle hin jiraatu.