Jeremiah 16:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini AABBO Waaqi guddaani Israeli jed'u ch'aqasi. Anini qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi sirba guyya fuud'ale ch'allisisa. Nami arma tau kunini waan kana ka taha iluma ufitini arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani Waandhi banii maraa Gooftaan Israa'elii siin jedhu dhagayi; bara ufii jirtu kana keessatti laagaan gammachu'uutii fi ka burraaqu'uu, laagaan cidhaatii fi ka cidhaa akka hin dhagayamne godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, «Kunoo, ani fuula keessan duratti, bara keessanitti, qoonqoo gammadaatii fi ililleetti'ii, qoonqoo waajibichaatii fi waajibitti'ii addee tana keessaa hin balleessa.