Jeremiah 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, qalbi nama ch'ufa laale, garaa namale ilaalad'a. Anini nama ch'ufa adabuma isaa gula waan male kennaafi, waan inni tolchu gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi garuu sammuu namaatii fi onnee namaa hin qora; nama maraafuu akka jireenna isaatii fi akkuma hujii isaatiin gatii isaa kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa nama maraaf akka ideensa isaatii fi akka hujii isaatitti gatii isaaf kenniisaaf, gadhaa namaatii fi qalbii namaa qorqoree hin ilaala» jedha.