Jeremiah 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani nu Waaqa iti kad'annu barch'uma guddinna, ka haguma duriti gaara d'eera gubba eju, fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen manni woyyuun keenna itti ijaarame duruma irraa jalqabee akka teessoo ulfinnaa ka ol fagaatuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barcumaan mootumma'aa ka ulfinnaa, durii jalqabee ka saadame, addee Dunkaanii Woyyittii teennaa ti.