Jeremiah 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nami Israeliini abdatu sii, nama si lakisu ch'ufa inch'eersani. Worri akuma maqa d'uke keesati t'aafani bada, waan si AABBO Waaqa, bisaani madda jireenna lakiseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati abdii Israa'eliiti; worri si dhiisan maruu hin saalfatan; isaan si'ii Rabbii burqaa bisaan jireennaa isaanii taate waan dhiisaniif akka maqaa lafa daara'aa irratti barreessaniititti badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, addii Israa'elii, worri si lakkisu marti hin fokkifatan. Worri si irraa duubatti deebi'u, bisaan madda jiru'uu ka teete, si Mootii Waan Maraa waan lakkisaneef, akka barreeffama bukuu irraa ti.