Jeremiah 17:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama na gaargalchu ch'eersi, ammo ch'eera suni na hanqisi. Worra mudamsiisi, ammo na imudamsiisini. Gaargala worratiini kooti aka hama worra hobaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! worra na ari'an salphisi; ana garuu na hin saalfachiisin; akka isaan raafaman godhi; ana garuu na hin naasisin; haga isaan sirima caccabanii bututanitti deddeebi'ii isaan balleessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na miidhu fokkifatuu ti; ani ammoo hin fokkifatin. Isaan bararaqanuu ti; ani ammoo hin bararaqin. Guyyaa badi'ii isaanitti fidi; badii dacha'aan isaan balleessi.