Jeremiah 17:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Yeremia, kai, gara fullo, fullo Biyya jed'ani, ta hayyooti Yuda diraani seente keesaa baatu, d'aqi; duuba fullo Yerusalemu d'ibile ch'ufa d'aqi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ati gara balbala bayaa galaa mootii Yihuuda'aa gara balbala dallawa Yerusaalemiitii fi gara balballan biraa dhaqii dhaabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Dhaqiitii, karra kolba'aa, ta moototi Yihuda'aa ittiin ol seenanuu fi gad bayanu dura, karra Yerusaalemii ta dhibiille mara dura dhaabbadhuutii,