Jeremiah 17:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri keesani fulla sorio waaqa Ashera jed'ani iti qalanifi fulla akheekha isaa old'aabani, ka mukeeni gugurdofi kubileefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya marattuu gaarranii fi tulloota irratti akkasuma baniin mukkiin gugurdaa jalatti dhaloonni maruu utubaa hulee ciinca'aa dhaabee waaqa tolfamaa asheeraa jedhamuu sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen isaaniituu addee ciinca'aa ta isaaniitii fi utubaa waaqa dharaa ta, ‹Asheeraa› jedhantu, ta muka bisilee jalaatii fi ta koobota dhedheertuu irraa qaabatan.