Jeremiah 17:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan biyyaani jettu, Isani hayyootafi worra Yudatifi nami Yerusalemu keesa tau, ka fullo tanaani oli seenu, dubbi AABBO Waaqa ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii ani sitti himu akkana jedhii isaanitti himi, ‹isin mootonni Yihuuda'aatii fi baniin! akkasuma worri balbala dallawa qachattii Yerusaalemii seentan! dubbii Rabbii dhagayaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, ‹Isin moototi Yihuda'aa, kolbaan Yihuda'aa maraa fi worri Yerusaalem keessa leetanu karra tanaan worri ol seentanu marti jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a› jedhiin» jedhe.