Jeremiah 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareenifi diida lafaleti kad'atani, achiti waaqa suni kad'ata. Anini nyaapa keesanini d'ufe, worri hori keesani, waan isani qabdani ch'ufa, boojia, maro ch'ubbu heddu isani lafa teesani keesati tolchitanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa biyya keessan marattuu cubbuu guddaa hojjattaniif hori'ii fi qabeenna isin qabdan maraa akkasuma bakka ciinca'aa keessan maraa diintonni teessan booji'anii akka isin jalaa fudhatan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa cubbuu biyya teessaniitiif, gaara kiyya ka lafa teessan keessa jiru, qabeenna keessanii fi karra teessan mara addee waaqonfanna'aa woliin akka saamamu hin godha.