Jeremiah 17:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani lafa anini isanii kenne jibbaatani keesa bahu maltani; ammalle lafa isani imbeenne isani kenna, wonti akanatiifi dallansuuni tiyya ibida fakaati, isiini haga jiru jireenna bobeeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka ani aaree akka ibidda bobawuu waan na gootaniif baraa haga bara baraa aariin kiyya waan bobawuuf akka isin lafa ani isinii kenne dhabdanii fi biyya hin beenne keessatti akka diintota teessanii hojjattan isin taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balleessaa teessaniif lafa ani isinii kenne dhaddan; aariin tiyya akka ibiddaa haga bara baraa akka bobeettu waan gootaneef, lafa isin hin beenne keessatti diinota keessaniif garba isin tolcha» jedha.