Jeremiah 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gurbi raasa keesa ejitu fakaata, ta lafa aloo ta gamooji ta, biyye kurooftu woma iti imbaane keesati baatu. Wonti dansaani inni argu tokoleeni injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akkanaa kun lafa sooqiddaa ka namni irra hin jiraannee fi akka saatoo lafa gammoojji'iititti biqileeti; bara jireenna isaa maraa waan mishaa hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka tusee goomolee keessaa hin te'a; wonni dansaan yennaa dhuttu hin dhaggu. Lafa sooddaa ta nami keessa hin jirre, addee godduu goomolee keessa hin le'a.