Jeremiah 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan atini worra Yudatifi ka Yerusalemutini jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, Anini isaniti malachuu jira, aka isani gaargalche isani balleesu. Tanaafi isaniini ch'ufti kara keesani hama lakisa, amalafi adaba keesani jijirad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani isaan adabu'uu fi waan hamaa isaan irratti raawwachuu akka danda'u banii Yihuuda'aatii fi banii Israa'eliititti himi; akka cubbuu hojjachuu dhiisan, jireenna ufiitii fi hujii ufii akka jijjiiran isaan gorsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf amma ati kolbaa Yihuda'aatii fi worra Yerusaalem keessa le'uun, Kunoo Mootiin Waan Maraa, ‹Badii isiniif qopheessiisatti jira; karoora hamaalle isin irratti baasiisatti jira; maarre isin martinuu karaa hamaa keessan irraa deebi'a'aatii, tokko tokkoon keessan karaa keessanii fi hujii teessan qajeelfadha'a› jedheera.