Jeremiah 18:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan siini jed'u, Hiyo, akasi intaanu, nu akuma keenna kaani mata jabaanne, akuma feenu taana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu ‹maaf waan kana goona? siri'ii waan dura karoorfanne maraa caalaa worra morkatuu fi worra didu ta'uu hin dandeenna› jedhanii sii deebisan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, ‹Lakkii, kun bu'aa hin qabu; nuuti karooruma keenna gula deenna; tokko tokkoon keennaayyuu mataa jabeenna hantuu gadhaa keennaa gula deenna› hin jedhan» jedhe.