Jeremiah 18:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Gosa ch'ufa waan kana gaafad'a; waan akana kana eenuti taka arge d'agaye? Worri Israeli ya waan taka inargini tahe!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi akkana jedha, «Banii akkanaa kana keessatti yoo dhagayamee jiraate mee gaafadhaa'a; baniin Israa'elii ka fooyame waan hamaa nama jibbisiisu hojjataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa isaaniin, «Me odduu gosa biyya adda addaa gaafadha'a; waan akkasii nami dhage'ee beeku jiraa? Kolbaan Israa'elii waan nafa namaa shuguggeessu hujjeerti.