Jeremiah 18:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aamochi hamaani guyya tokole ch'alalaqa gaara Lebanoni iraa imbada? Bisaani qabanaooni gaara suni iraa yaani guyya tokole inch'itani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarran Libaanosii hennaan barada'aan hin uwwifamne hin jiraa? burqaawwan bisaan qabbanaayaan gaarran kana irraa gad yaa'u gogee beekaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan bokkeyaa ka Libaanonii, rassaa goodda isi'ii irraa dhabamee beekaa? Bisaan dillowaan gaara Libaanonii irraa gad yaa'u gogee beekaa?