Jeremiah 18:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumiini tiyya ya na deete; worri waaqa d'araati hit'aana aarsa. Worri kara gula deemu ch'ufati gugufate, kara duri kaani gula iyyaau, ammo kara gudda lakise, daandi gula yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya na dhiiseera; waaqolee tolfamaa duwwa'aaf hixaana aarsan; waaqoleen tolfamaan kunniinillee akka isaan karaa hin beenneen deeman isaan godhaniiran; gufatanii karaa duraan deeman san dhiisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya ammoo na deeteerti; isaan waaqota dharaa ka woy hin baaneef, ka karaa isaanii ka durii irraa isaan gufachiisee, karaa hin teene irra isaan ideensisuuf hixaana aarsaneeran.