Jeremiah 18:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri yayu lafa tana waan jibbani tolche, duuba isiini akasiini waan nami haga jiru jireenna tufatu taate. Nami d'aatu bahe dabru ch'ufti rifate mata gingilfate madeefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti isaanii baraa haga bara baraa gammoojjii mammaakaa taati; worri ladda isi'ii lufan maruu balda'aa mataa ufii raasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti isaanii ontee, haga bara baraa ta murgo'oo hin teeti; nami karaa san dabaru marti baaseffatiisaan mataa ifii raasan.