Jeremiah 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini Waaqa kad'ad'e waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, na ch'aqasi, waan nyaapi kiyya dubbatu d'agayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani akkana jedhee kadhadhe, «Yaa Rabbi! kadhaa kiyya naa dhagayi; waan hamaa diintonni tiyya na irratti dubbatan dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani daadimadhee, «Ee Mootii Waan Maraa naa caqasi; waan diinoti kiyya jedhanu dhage'i!