Jeremiah 18:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa iti ergi ka d'ufe mana worraa tassa saamu, worri ha mudame iyyuti. Worri yayu boola anini keesa buu naa qote t'urura anini seenule naa kaaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dimmaa worra isaan miidhu isaanitti ergi; manni isaanii mana booyaa haa ta'u; isaan boolla ani itti kufu naa qotaniiran; qolaa naan qaban na jalatti darbaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan na qabiisaaf boolla waan qotaneef, miila kiyyaaf tiyyoo waan afaneef, yennaa ati dedhuma worra isaan lolu itti fidde, mana isaanii keessaa iyyi dhage'antuu ti.