Jeremiah 18:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini kae, mana namicha faaru kuuch'u d'aqe, isa tae d'oqe wo mid'aasu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee ka'ee hennaa achi dhaqu inni gabatee dhaga'aa ka boolla adda addaa qabu keessatti ka faara dhawu arge;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani gara mana nama faara dhowuu gad bu'ee, inni korboo ifii ta dhaka'aa irratti faara dhowuun dhagge.