Jeremiah 18:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo duuba gochiti sunini eege Hameenna ufi iraa deebite, anini waan qara intolche jed'e illakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin sun gaabbee yoo ka hammeenna ufii irraa deebi'u ta'e waan hamaa isaanitti fida jedhee yaade san isaan irratti hin raawwadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan sunille waan hantuu irraa yoo deebite, ani badii isaanitti fidiisaaf yaade san hin lakkisa.