Jeremiah 19:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Beeni, okote faara nama faara kuuch'u ira bitad'i, duuba jaarole gumitifi qaalole gugurdo yaami,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Deemii nama faara dhawu irraa waabaa bitadhu; bani'ii fi worra gadootaa keessaa namoota jajjabaa filadhuu akka si woliin deeman godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Dhaqiitii nama faara dhowu irraa okkotee bitadhu; jaarsolee kolba'aa keessaa garii, maanguddoota hayyootaa keessalle'ee garii qabadhuutii