Jeremiah 19:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, anini dira kanafi nama keesa taule akuma Tofethi tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Akkuma Toofeetiin irratti godhe akkasuma qachaa tanaa fi worra qachaa tana keessa jiraatan irrattillee godha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani addee tanaa fi worra as keessa le'u mara irratti tana hin godha. Ani qachaa kana akka Toofetii hin godha.