Jeremiah 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni Yerusalemutifi ta hayyoota Yudatifi yokhaani maneeni gubba isiiti urjii hit'aana aarsanifi daad'iini waaqa d'ibii buusanileeni ch'ufti akuma Tofethi t'uroofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manniin banii Yerusaalemiitii fi manniin mootonni biyya Yihuuda'aa keessa jiraatan akkasuma ginnoo manaa gubba'aatti loltoota sami'iitii fi hixaana aarsanii fi manniin waaqolee tolfamaa ormaatiif daadhii woyini'ii dhibaasan maruu akkuma Toofeetiititti battaayan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan heellichoo mana ifii irratti waaqota ifii waan waaqonfataneef, manni Yerusaalem keessaatii fi manni mootumma'aa ka mootota Yihuda'aa akka addee tanaa, akka Toofetii hin battowan; isaan urjoota waaqonfatanee, isaan ulfeessiisaaf hixaana aarsanee, waaqonfatiisaaf kennansa daadhii woyni'ii kennaneeran› jedhiin» jedhe.