Jeremiah 19:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettuuni, Dubbi AABBO Waaqa d'agaya, hayyoota Yudatifi worra Yerusalemu dubbi AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, jed'u ch'aqasa. Anini badi hamtu lafa tanatini d'ufa, ta nami d'agaye ch'ufti rifate maadefate, akanumati afaani qabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Isin mootonni biyya Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii maruu waan ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii isinitti himu dhagayaa'a; ani balaa yoo dhagayan nama rifachiisu fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ee mootota Yihuda'aatii fi kolbaa Yerusaalemii jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a. Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa'elii: ani badii dhage'iisaaf gurra namaatitti hin tolle addee tana irratti hin fida.