Jeremiah 19:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sorio irati qalani waaqa Baali jed'ani jaare, ilmaani isaani arti irati gube sorio baase. Anini waan kana tolcha injenne, yokhaani inherennele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee ibidda irratti ciincaa godhu'uuf hulee ciinca'aa waaqolee tolfamaa ba'aaliif hojjataniiran; ani akka isaan waan kana godhan isaan hin ajanye; ani sirima waan kana hin yaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan ani hin ajajin yookiin ani hin dubbatin, yookiin ta ani ijjumaa hin yaadatin, ilmaan ifii ibiddaan gubanee Ba'aaliif kennansa dhikeessiisaaf, addee waaqonfanna'aa Ba'aaliif ijaarane.