Jeremiah 19:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla tanati anini mala worra Yudatifi ka Yerusalemu balleese, harka nyaapa keesa buuse, nyaapi sunini worra had'e dabsate, aninileeni reefa worraa allaatifi bineensa ala nyaachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii hulee kanatti hojjachu'uuf karoorfatan akka hin raawwatamne godha; akka diintonni isaanii isaan mooyatanii fi akka woraanaan isaan fixan godha; reeffa isaanii akka allaatiin samii irra bararuu fi busaayaan lafa irraa nyaatu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani addee tanatti karoora kolbaa Yihuda'aatii fi kolbaa Israa'elii hin diiga. Ani diinota isaanii duratti harka worra lubbuu isaanii barbaaduutitti shallaaga'aan akka isaan ijjeefamanu hin godha; reeffa isaanii allaatti'ii fi bineensotaaf sagalee hin godha.