Jeremiah 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira kana aka takaa inargini balleese, duuba nami d'aatu bahe dabru ch'ufti rifate maadefate afaani qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani qachaa tana diigee lafatti isii tuula; ka karaa san irra lufu maruu nayee rifata; rakkoo isii irra gaye kana argee maalalfata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qachaa kana diigee, waan ittiin murganu hin godha; sababa gaargala isi'ii maraaf worri karaa san dabaru marti hin maadeffata.